Quantcast
Channel: Oromo Press
Browsing all 129 articles
Browse latest View live

'Hinaraaraminu Yoo Harree Taane Malee': Doowwii Haasaa Adddaa Hololoota...

Ibisa:Raadiyoon Oromo Press (ROP), doowwii haasaa addaa isiniif qabaattee dhiyattee jirti. Doowwiin haasaa kuni yeroo ammaatti araara Pirofeessar Efireem Isaaqiin geggeeffamuuf jira jedhamee...

View Article


Images of Ethiopian Forces in Western Media: War-makers as Peacemakers and...

Reading news about Western media reports of the ethnic clashes in Moyale, a border area between southern Oromia-Ethiopia and Kenya, one cannot avoid noticing the conspicuous wrong framing of the...

View Article


Gaaffiifi Deebii: Obbo Lubee Birruu Alarraa Garee Waltajjii Marii Oromoo...

Sagantaa  isa har'aa keessatti, ROP waa'ee  Waltajii Marii ilaalchisee gaaffiifi deebii Obbo Lubee Birruu Wajjin ta'e isiniif dhiyeessa. Obbo Lubee Birruu, bara 1965 irraa eegalee mooraa Qabsoo Oromoo...

View Article

Hirmaannaa Dubartoota Oromiyaa Hoggansa Maatii, Sabaafi Ispoortii...

Aadde Xahaayi Wadaajoo, Hundeessituufi Qajeelchituu Olaantuun  jaarmiyaa namoomaa durbootaafi dubartoota gargaaru kan gabaajee REAL jedhamuun waamamu, "Waa'een dubartootaa, waa'ee saba hundaati, "...

View Article

Walittibu'iinsa Oromoo Boranaafi Garrii Jidduutti Ta'erratti Xiinxala...

Dhalataa Godina Boranaafi hayyuu Oromoo kana ta'e  Dr. Ibraahiim Elemoo walittibu'iinsa Boranaafi Garrii jidduutti guyyaa 18 dura ta'erratti xiinxala gadifagoo laata. Dr. Ibraahim gaaffii ciccimoo...

View Article


Waaqeffannaa: Sirba Irreechaa Haaraa Amartii Waariitiin

View Article

Irreecha: Oromia's Festival for National and Global Interfaith Harmony

It is Birraa (Fall) season and Oromos worldwide are celebrating something more than a changing of season. Why? Because it is a concerted act of thanking ONE GOD, of the African indigenous religion...

View Article

Siyaasa Oromiyaa Keessatti Haasaan Gabbataadha, Gochi Haphiidha

Bara kana,  mooraa qabsoo Oromoo keessaa wanti hubatamu baayyachuu walgahilee murnawwaniifi namtokkeeleti malee tarkaanfifi gocha walooti miti. Haga gochoonni waloo hinjirretti qabsoon fuulduratti...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

UN General Assembly Debates versus Conflict Resolution in the Horn of...

The the conflict in Syria, the tragic murder of the  U.S. ambassador in Libya and unrest relating to the anti-Islam video have overshadowed talks about any other conflict issues in sub-Saharan Africa...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Is Regime Troops' Crackdown on Oromo at Irreecha Festival 'Ethiopian...

On Sunday, September 30, 2012, several million Oromos gathered at Bushoftu's Hora Arsaddii in Central Oromia, southeast of Finfinne to celebrate Irrecha, a national “Thanksgiving” holiday. Of the...

View Article

TVOROMIYAA Magaalaa Toronto's Television Presentation of OP Article

TVOROMIYAA Magaalaa Toronto named the article "Is Regime Troops' Crackdown on Oromo at Irreecha Festival 'Ethiopian Apartheid Policy' or 'Law Enforcement'" "article of the day." TVOMT's talented...

View Article

Chronology of the Evolution of Oromo Dialogue Forum (ODF)

In recent months, the activities of Oromo Dialogue Forum have been looming large in the Diasporas. The group has transformed  itself from holding small and secret house meetings, where the founders...

View Article

Oromo Dialogue Forum: A Personal Reflection

By ObserverGiven the pitiful state in which the Oromo struggle for liberation finds itself today, I am always eager to listen to anyone who has any idea or suggestion on how we can surmount the complex...

View Article


Potential of Social Media Toward Seasoned Oromo Political and Civic Engagement

Becoming Part of the Social Network Revolution Social media usage in political and civic engagement in nations like the United States is at an all time high, as shown by the high volumes of tweets and...

View Article

Rakkoo "Garee Shanaffaa" Qabsoo Bilisummaa Laamshessaa Jirurra Aaanuu

Gaachana Oromiyaa tiinTokkummaan dhaabbilee siyaasaafi miseensota isaanii, akkasumas tokkummaan ummata Oromoo waliigalaa qabsoo Oromoo galmaan ga'uu keessatti barbaachisaa akka ta'e dubbii haallamuu...

View Article


Afaan Oromoon Dubbachuufi Barreessutti Abbaatu Ulfina Hora

Mataduree armaan olii kana kanan filadheef sababii malee miti. Baroota 1990s jalqabee Oromiyaa keessatti Afaan Oromoo  walmadaallii duriin guddina caalmaa agarsiisaa jira. Sadarkaa biyyaatti,...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Sign the White House Petition and Help Release Baqqalaa Garbaa + over 20,000...

Sacrificing myself protesting injustice, discrimination and oppression against the Oromo people is my greatest honor                                           ---Baqqalaa Garbaa, November, 2012...

View Article


Jawaar Mahaammad Sochii Musiliimotaafi Hidhamtoota Siyaasaa Oromoorratti

Columbia University titti barataa digirii olaanaafi, qorataa siyaasa Gaanfa Aafrikaa kan ta'e Jawaar Mahaammad wajjin gaaffiif deebii goonetti dhiyaadhaa. G fi D vidiyoo kana keessatti, Obbo Jawaar...

View Article

Araarri Gurmuuleen ABO Lameen Labsan Qulqullina Kaayyoofi Tokkummaa Fida

Biyyarraafi biyya alaarraa ummanni Oromoo tokkummaa gareewwan ABO Qaama Ceehumsaafi ABO- Gumii Sabaarraa waggaa 11 darbaniif obsa fixannaadhaan eega ture Sadaasa 21, 2012 labsiin dhuggoome. Araarri...

View Article

"DEBATE" REDEEMS ETHIOPIA, FINDS OROMO AT FAULT FOR SUFFERING INFLICTED BY...

The purpose of this piece is to bring into the open a lurking question that is often avoided as a taboo by Oromians to maintain internal harmony. That question  relates to the divisive and...

View Article
Browsing all 129 articles
Browse latest View live