Quantcast
Channel: Oromo Press
Viewing all articles
Browse latest Browse all 129

Hirmaannaa Dubartoota Oromiyaa Hoggansa Maatii, Sabaafi Ispoortii Keessatti--G fi D Aadde Xahaayi Wadajoo Waliin

$
0
0


Aadde Xahaayi Wadaajoo, Hundeessituufi Qajeelchituu Olaantuun  jaarmiyaa namoomaa durbootaafi dubartoota gargaaru kan gabaajee REAL jedhamuun waamamu, "Waa'een dubartootaa, waa'ee saba hundaati, " jetti. Gaaffiif deebiin kun hirmaannaa dubartoonnifi durboonni Oromoo ijaarsafi hoggansa dhaabota hawaasaa, namoomaafi siyaasaa keessatti qabanirratti xiyyeeffata. Akka kanaan, maloonni/tooftaleen dubartoonni itti ijaaramuufi aanga'uu (umnoomuu)fi  danda'anis gadifageenyaan G fi D kana keessatti xiinxalame. Aadaan keenya dubartoota laalchisee waantoota gaggaarii maalfaa qaba? Hamaa oo?  Shaakaloota aadaa kanneen dubartoota cunqursan  bira taruun akkamitti otoo dhiraafi dubartii wal hinwaraanin furmaanni nagaa jara lachuufuu ta'u argamuu danda'a? Kanneenirratti deebii argachuuf sagantaa kana jalqabaa hanga dhumaatti gatii otoo hinbaasin akka dhaggeeffattan sin afeerra. Hiriyootaafi firoota kessanifis sabaahimaalee hawaasa akka Facebook, Twitter kkf irrati akka qooddan sin gaafanna. Akkasumas, yaadota dubartootafi durbootarratti qabdan marsaadhuma kanarrattis akka laattan isin jajjabeessina.  Dhuma sagantaa kanarattis geerarsa weellistuu Oromoo Angaatuu argattu. Eyyen, dubartiinis nigeerrarti!

Viewing all articles
Browse latest Browse all 129

Trending Articles


Girasoles para colorear


mayabang Quotes, Torpe Quotes, tanga Quotes


Tagalog Quotes About Crush – Tagalog Love Quotes


OFW quotes : Pinoy Tagalog Quotes


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes


Tagalog Quotes To Move on and More Love Love Love Quotes


5 Tagalog Relationship Rules


Best Crush Tagalog Quotes And Sayings 2017


Re:Mutton Pies (lleechef)


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


Sapos para colorear


tagalog love Quotes – Tiwala Quotes


Break up Quotes Tagalog Love Quote – Broken Hearted Quotes Tagalog


Patama Quotes : Tagalog Inspirational Quotes


Pamatay na Banat and Mga Patama Love Quotes


Tagalog Long Distance Relationship Love Quotes


BARKADA TAGALOG QUOTES


“BAHAY KUBO HUGOT”


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.