Quantcast
Channel: Oromo Press
Viewing all articles
Browse latest Browse all 129

Walittibu'iinsa Oromoo Boranaafi Garrii Jidduutti Ta'erratti Xiinxala Gadifagoo Dr. Ibraahim Elemoo Waliin

$
0
0
Dhalataa Godina Boranaafi hayyuu Oromoo kana ta'e  Dr. Ibraahiim Elemoo walittibu'iinsa Boranaafi Garrii jidduutti guyyaa 18 dura ta'erratti xiinxala gadifagoo laata. Dr. Ibraahim gaaffii ciccimoo eenyummaalee Boranaafi Garriirratti , kau'umsa lolicharratti, ga'eelee mootummaalee Itoophiyaafi Naannoo Oromiyaarratti akkasumas gahee Umna Ittisa Biyyoolessaa Itoophiyaa [Wayyaanee] Ajaja Kibaarraatti yaadota bilchaatoo laata. Walittibu'iinsi Oromoofi Oromoo gidduutti akkasumas Oromoof saboota ollaa biroo gidduutti yeroo dhalatu maaltu akka waldhabiin nagaan akka hinfuraminerratti dhibba qaba? Mootummaan Itoophiyaa Godina Boranaatti maaliif nagaa hinbarbaanefi kkf irratti deebii isiiniif soqinee, barbaannee jirra. Rakkoon kuniifi rakkooleen walfakkaatoon akkamitti akka furamuu qabanirratti keessummaan keenya dhamsa cimaa qaba. Sagantaa kana guututti akka dhaggeeffataniifi hiriyoota keessaniif sabaahimalee  hawaasaarratti (Facebook, Twiter kkf) akka qooddan cimisinee isin gaafanna. Itti dhiyaadha. Dhumarrattis sirbi Bornaa Abbush Zallaqaatiin nadhaggeeffadhaa jedhee isin eega!


Viewing all articles
Browse latest Browse all 129