Quantcast
Channel: Oromo Press
Viewing all articles
Browse latest Browse all 129

"...Rakkadhe jettee hindhaqin mana gumaa, Si gaafata lubbuun goota kumaa"

$
0
0
Matadureen maxxansa biloogii kanaa sirba weellisaa Oromoo haaraa Ashannaafii Diinqarraa fudhatame. Ergaan isaa warra siyaasa ayyaan-laallattummaa geggeessan maraaf barumsa haa ta'u. Ashannaafii Diinqaa aartessaa haamileefi kaayyo gariin sirbu ta'uu namoonni cidha sirbaa inni irratti weelliserraa nibeekitu, keessumaayyuu warri naannoo Minisootaa-Oromiyaa Xiqqoo-  magalaalee lakkuu Miniyaapoolisiifi Seentpool jiraattan.   Aartessonni ykn og-uumtonni haaraan gaafa warra turanitti makaman, aadaafi afaan keenyatu guddata; qabsoo keenyatu jabaata. Kanaaf, asbahuun raawwiiwwan akkasii nu gammachiisuu qabu.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 129