Galmeen vidiyoo kuni iddo "Waltajjiin Oromummaa," itti raawwatetti waraabbame. Waltajjichi guyyaa tokko guutuu fudhate. Hirmaattonnis hojii gamtaatti (workshop) hirmaatanii jiru. Walmari'achuun kuni Howard University tti Jaarmiyaa Hawaasa Oromoo Washington DC'tiin saganteeffamee dhiyaate gaafa Fulbaana 1, 2012. Galakkisini viidiyoo kanaa kan tureef sababii teekinika uunkafi dabarsa vidiyoorraa kan ka'e. Kana akka kennaa isa guddaa wagaa haaraatti fudhadhu. Oromummaa labisi, tamsaasi. Oromiyaan hammannaa Oromummaa hunda keenya tokkoomsuun haajiraattu, haa hojjettu. Oromummaan eenyummaa uumaadhaan arganne kan eenyummaa xixiqqoo kaan of jalatti hammatu. Oromummaan akka gaaddisa Odaa Oromoonni gabrummaa didan jalatti boqotani. --------------------------------------------------------------------------
English
Oromia Marches into 2013 with Oromummaa and Tokkummaa
In this video, two leading Oromo scholars, Professor Dr. Asafa Jalata and Professor Dr. Mohammed Hassen speak on the historical and sociological aspects of Oromummaa.
Dr. Asafa Jalata spoke on the topic titled: "Promoting and Developing Oromummaa."Dr. Mohammed Hassen spoke on the topic: "Learning from Our History is the Key for Revitalizing Oromummaa"Asafa Jalata was introduced by Obbo Abera Tefera, a seasoned moderator for the Oromummaa Forum. Obbo Ahmed Hussein, a respected and knowledgeable Oromo elder, introduced Dr. Mohammed Hassen.
The audience showed their appreciation for Oromummaa and the presenters with standing ovation at the end. This showed Oromummaa is the power that unites and energizes Oromia as a nation.
This documentary was filmed at the "Oromummaa Forum," a day-long seminar/workshop organized by the Oromo Community of Washington DC. The seminar was held at Howard University on September 2012. The release of this video was delayed because of video format and transfer issues. Consider this the most valuable gift for the 2012 Holiday season from Oromo Press. Spread the word of Oromummaa. Let Oromia live and act in the spirit of Oromummaa that unites us all, as an overarching national eenyummaa/identity .