Quantcast
Channel: Oromo Press
Viewing all articles
Browse latest Browse all 129

Ummanni Biiyya Jiru Ofirratti Hirkatee Qabsoo Ittifufuu Qaba

$
0
0
Waggooti sadan darban keessa qabsoo waaraan ummanni keenya Oromiyaarra lubbuu isaa itti wareegee lafee isaa itti cabsee godhaa ture waa'ee bilisummaa Oromoofi Oromiyaa abdii haaraa nutti horee jira. 

Yeroo ummanni biyyaa qabsaa'us ummanni baqatee alarra jiru bayyeen qabsoo biyyatti geeggeeffamuuf deeggarsa amma tokko taasisa ture. Kuni jajjabeessadha. 

Haata'u malee, turee bulee amma Oromoon biyya Ambaa keessumaayyuu kan Ameerikaa Kaabatti argamu rakkoolee heedduu keessa darbaa jirachuu argina. Rakkoon tokkummaa dhabuu rakkoo nuyi hundumtuu beekinu. Haaraa miti. 

Tokkummaa dhabuurra taree, DhDUOfi )(OPDO) ABAT (TPLF)  caaasa isaanii dhoksaadhaan karaa namoota tokko tokkoo ummata biyya-ambaa keessa diriirsanii qabsoo Oromootti qoosaa argamu.

Ummanni biyya jiru ofirratti hirkatee qabsoo geggeessuu qaba. Daayaasporaan akkuma haala qilleensaa asiif achi geggeeddarama waan ta'ee abdachiisa miti. Kana jechuun dayaasporaa hundatu caasaa diina jala galaa jira jechuu miti. Eenyu eenyu akka ta'e wallaalurra jirra. Namoonni Oromoof falmuun beekaman tokko tokkorree caasaa alagaa keessa galanii gochoota farra bilisummaa Oromiyaa ta'e yoo geeggeessan argamu. Mee ofumaaf haqaafi dhara addaan baafadhaati laala. Warri gocha ummata keessan laaffisurratti bobbatanii jirtan, otoo ummanni Oromoo isin tufee barbaraan fayidaa-dhabeeyyii hinta'in dura karaa haqaaatti deebi'a jenna. 


Viewing all articles
Browse latest Browse all 129

Trending Articles


Vimeo 10.7.1 by Vimeo.com, Inc.


UPDATE SC IDOL: TWO BECOME ONE


KASAMBAHAY BILL IN THE HOUSE


Girasoles para colorear


Presence Quotes – Positive Quotes


EASY COME, EASY GO


Love with Heart Breaking Quotes


Re:Mutton Pies (lleechef)


Ka longiing longsem kaba skhem bad kaba khlain ka pynlong kein ia ka...


Vimeo 10.7.0 by Vimeo.com, Inc.


FORECLOSURE OF REAL ESTATE MORTGAGE


FORTUITOUS EVENT


Pokemon para colorear


Sapos para colorear


Smile Quotes


Letting Go Quotes


Love Song lyrics that marks your Heart


RE: Mutton Pies (frankie241)


Hato lada ym dei namar ka jingpyrshah jong U JJM Nichols Roy (Bah Joy) ngin...


Long Distance Relationship Tagalog Love Quotes